-
1 Ximotewos 2:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haaluma wal fakkaatuun, dubartoonnis shurrubbaa dhaʼachuu fi warqii yookiin callee* yookiin uffata gatii guddaa qabuun utuu hin taʼin, karaa kabaja qabuu fi hubannaadhaan uffata seera qabeessa* taʼeen of haa miidhagsan;+ 10 dubartoota Waaqayyoof bulleerra jedhaniif akka taʼutti hojii gaariidhaan of haa miidhagsan.+
-