Faarfannaa 40:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Waaqa koo, fedhii kee raawwachuun na gammachiisa.*+ Seerri kees garaa koo keessa jira.+ Fakkeenya 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa ilma koo, dubbii koo yoo fudhatte,Ajajawwan kootiifis iddoo guddaa yoo kennite,*+