Fakkeenya 9:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Namni muuxannoo hin qabne kam iyyuu, as haa dhufu.” Warra hubannaa* hin qabneenis akkana jetti:+ 17 “Bishaan hatame ni miʼaawa,Nyaanni dhoksaatti nyaatamus nama gammachiisa.”+
16 “Namni muuxannoo hin qabne kam iyyuu, as haa dhufu.” Warra hubannaa* hin qabneenis akkana jetti:+ 17 “Bishaan hatame ni miʼaawa,Nyaanni dhoksaatti nyaatamus nama gammachiisa.”+