26 Achiis kana nan hubadhe: Dubartiin akkuma saaphana adamsituu taate, garaan ishii akkuma saaphana qurxummii taʼe, harki ishiis akkuma funcaa mana hidhaa taʼe duʼa caalaa hadhoofti. Namni Waaqa dhugaa gammachiisu ishii jalaa ni miliqa;+ cubbamaan garuu ishiidhaan ni qabama.+