LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Hidhiin dubartii addaggee* damma coccophsa,+

      Afaan ishiis zayitii caalaa laafa.+

  • Fakkeenya 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Guutummaa gumichaa gidduutti,*

      Guutummaatti baduu jala gaʼeen ture.”+

  • Fakkeenya 7:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Innis akkuma tasaa akka qotiyyoo qalamuuf oofamuutti,

      Akka nama gowwaa miilli isaa jirma* gidduu galee adabamuuf jedhuuttis ishii duukaa buʼa,+

      23 Hamma xiyyi tiruu isaa waraanutti ishii duukaa deema;

      Akkuma simbira kiyyootti seenuuf ariifattuutti, innis wanti kun lubbuu isaa akka isa dhabsiisu hin beeku.+

  • Fakkeenya 22:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Afaan dubartoota addaggee* boolla gad fagoo dha.+

      Namni Yihowaan balaaleffates achi keessatti ni kufa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi