27 Namni ibidda qoma isaatti baatee uffanni isaa hin gubanne jiraa?+
28 Yookiin namni barbadaa irra deemee miilli isaa hin gubanne jiraa?
29 Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin saalqunnamtii raawwatus akkanuma ni taʼa;
Namni ishii tuqee utuu hin adabamin hafu hin jiru.+