LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Daawit akka ishii fidaniif ergamtoota erge.+ Kanaafuu, ishiin gara isaatti ol seente; innis ishii wajjin ciise.+ (Kunis kan taʼe yeroo ishiin xuraaʼummaa* ishii irraa of qulqulleessaa turtetti dha.)+ Sana booda ishiin gara mana ishiitti deebite.

  • 2 Saamuʼel 12:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ammas haadha manaa Uuriyaa fudhattee haadha manaa godhachuudhaan waan na tuffatteef, matumaa goraadeen mana kee irraa hin deebiʼu.’+ 11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+

  • Fakkeenya 6:32-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Namni dubartii wajjin ejja raawwatu kam iyyuu hubannaa* hin qabu;

      Namni akkana godhu of* irratti badiisa fida.+

      33 Madaa fi qaaniitu isa irra gaʼa,+

      Salphinni isaas isa irraa hin haqamu.+

      34 Hinaaffaan abbaan manaa aaree akka gubatu godha;

      Innis yeroo haaloo baʼu gara laafina hin argisiisu.+

      35 Inni kiisii* hin fudhatu;

      Ati kennaa guddaa akkamii illee yoo isaaf kennite inni hin tasgabbaaʼu.

  • Ibroota 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi