LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 ‘Yihowaa, aariidhaaf suuta kan jedhu, jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe,+ dogoggoraa fi balleessaa kan namaaf dhiisu, taʼus, isa balleessaa qabu matumaa utuu hin adabin kan hin dhiisne, balleessaa abbootiin raawwataniif ilmaan isaanii, dhaloota sadaffaa fi dhaloota arfaffaa kan adabu.’+

  • 2 Saamuʼel 13:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Haa taʼu malee, ilma Shimeʼaa+ obboleessa Daawit kan taʼe Yonaadaab+ akkana jedhe: “Gooftaan koo, isaan ilmaan mootichaa hundumaa ajjeesaniiru jedhee hin yaadin; kan ajjeefame Amnoon qofa dha.+ Kunis kan taʼe ajaja Abishaalomiin yeroo taʼu, inni guyyaa Amnoon obboleettii isaa Taamaariin+ itti salphise+ irraa jalqabee kana gochuuf murteessee ture.+

  • 2 Saamuʼel 18:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Kunis mooticha ni jeeqe; innis gara kutaa baaxii karra dallichaa irra jiruutti ol baʼee booʼe; asii fi achi deemaas, “Yaa Abishaalom ilma koo, ilma koo, Abishaalom ilma koo! Bakka kee utuun duʼeera taʼee, yaa ilma koo Abishaalom, ilma koo!”+ jedha ture.

  • Galaatiyaa 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti. Namni waanuma facaase sana haammata;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi