LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ammas haadha manaa Uuriyaa fudhattee haadha manaa godhachuudhaan waan na tuffatteef, matumaa goraadeen mana kee irraa hin deebiʼu.’+

  • 2 Saamuʼel 17:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Abishaalomii fi namoonni Israaʼel hundi, “Gorsa Ahitoofel mannaa, gorsa Hushaay Arkichaa wayya!” jedhan.+ Kunis kan taʼe, Yihowaan Abishaalom irratti badiisa fiduuf jecha, Yihowaan gorsa Ahitoofel+ isa gaarii busheessuuf waan murteesseef* ture.+

  • 2 Saamuʼel 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yoʼaabis, “Mootichi Abishaalomiif booʼaa fi gaddaa jira” oduu jedhu dhagaʼe.+

  • Fakkeenya 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmi gowwaan abbaa isaa irratti rakkina fida,+

      Haati manaa nyakkistuu taates akkuma baaxii yeroo hunda dhimmisuu ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi