Keessa Deebii 2:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Sihoon mootiin Heshboon garuu akka darbinu nuuf hin heyyamne; sababiin isaas, akkuma amma taʼe harka keetti dabarsee isa kennuuf,+ inni* didaa akka taʼuu fi garaan isaa jabaataa akka taʼu Waaqni kee Yihowaan heyyamee ture.+ 2 Seenaa Baraa 25:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Amaaziyaan garuu hin dhageenye;+ sababiin isaas, isaan waaqolii Edoom duukaa buʼuu isaaniitiin kan kaʼe,+ Waaqni dhugaan harka diinaatti dabarsee isaan kennuuf jecha kun akka taʼu godhee ture.+
30 Sihoon mootiin Heshboon garuu akka darbinu nuuf hin heyyamne; sababiin isaas, akkuma amma taʼe harka keetti dabarsee isa kennuuf,+ inni* didaa akka taʼuu fi garaan isaa jabaataa akka taʼu Waaqni kee Yihowaan heyyamee ture.+
20 Amaaziyaan garuu hin dhageenye;+ sababiin isaas, isaan waaqolii Edoom duukaa buʼuu isaaniitiin kan kaʼe,+ Waaqni dhugaan harka diinaatti dabarsee isaan kennuuf jecha kun akka taʼu godhee ture.+