2 Seenaa Baraa 22:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqayyo garuu Akaaziyaan gara Yooraamitti gad buʼuu isaatiin kan kaʼe kufaatiin akka isa irra gaʼu godhe; innis dhufee Yehuu+ isa ilma ilma* Niimshii taʼee fi Yihowaan mana Ahaab akka balleessuuf* dibe sana+ argachuuf Yooraamii wajjin gad buʼe.
7 Waaqayyo garuu Akaaziyaan gara Yooraamitti gad buʼuu isaatiin kan kaʼe kufaatiin akka isa irra gaʼu godhe; innis dhufee Yehuu+ isa ilma ilma* Niimshii taʼee fi Yihowaan mana Ahaab akka balleessuuf* dibe sana+ argachuuf Yooraamii wajjin gad buʼe.