LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Haadha manaa nama kan biraa* wajjin saalqunnamtii raawwachuudhaan of hin xureessin.+

  • Leewwota 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+

  • Fakkeenya 6:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Namni dubartii wajjin ejja raawwatu kam iyyuu hubannaa* hin qabu;

      Namni akkana godhu of* irratti badiisa fida.+

  • Ibroota 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi