Fakkeenya 6:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Namni dubartii wajjin ejja raawwatu kam iyyuu hubannaa* hin qabu;Namni akkana godhu of* irratti badiisa fida.+ 33 Madaa fi qaaniitu isa irra gaʼa,+Salphinni isaas isa irraa hin haqamu.+
32 Namni dubartii wajjin ejja raawwatu kam iyyuu hubannaa* hin qabu;Namni akkana godhu of* irratti badiisa fida.+ 33 Madaa fi qaaniitu isa irra gaʼa,+Salphinni isaas isa irraa hin haqamu.+