LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 36:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Balleessaan garaa nama hamaa isa gad fagoo keessatti ni dubbata;

      Waaqayyoon sodaachuunis ija isaa dura hin jiru.+

  • Faarfannaa 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Siree isaa irratti illee wanta nama miidhu yaada.

      Daandii gaarii hin taane irra dhaabbata;

      Wanta hamaa taʼe irraa hin fagaatu.

  • Isaayyaas 32:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Malli namni seera hin qabne qopheessu hamaa dha;+

      Hiyyeessi wanta sirrii taʼe yommuu dubbatutti illee,

      Inni sobatti fayyadamee isa cunqurfame balleessuuf,+

      Gocha qaanessaa taʼe ni babalʼisa.

  • Miikiyaas 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Warra wanta miidhaa geessisu yaadaniif,

      Warra siree isaanii irratti wanta hamaa karoorfataniif wayyoo!

      Isaan yommuu bariʼu wanta sana ni raawwatu,

      Sababiin isaas, humni kana ittiin raawwatan harka isaanii keessa jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi