Fakkeenya 16:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namni rakkina uumu* lola kakaasa,+Namni maqaa balleessus michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+ Roomaa 16:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ammas yaa obbolootaa, warra barumsa isin barattan mormuudhaan isin gidduutti wal qoqqooduu uumanii fi warra kaan gufachiisan irraa akka of eeggattan isinan gorsa; isaan irraa fagaadhaa.+
28 Namni rakkina uumu* lola kakaasa,+Namni maqaa balleessus michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+
17 Ammas yaa obbolootaa, warra barumsa isin barattan mormuudhaan isin gidduutti wal qoqqooduu uumanii fi warra kaan gufachiisan irraa akka of eeggattan isinan gorsa; isaan irraa fagaadhaa.+