LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Bofti+ bineensota bosonaa Yihowaan uume hundumaa caalaa of eeggataa* ture. Kanaafuu bofichi dubartittiidhaan, “Waaqayyo dhuguma muka iddoo biqiltuu keessa jiru hundumaa irraa hin nyaatinaa isiniin jedheeraa?” jedhe.+

  • 1 Saamuʼel 24:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Daawit Saaʼoliin akkana jedhe: “Ati dubbii namoota, ‘Kunoo, Daawit si miidhuu barbaada’ jedhan sanaa maaliif dhageessa?+

  • Roomaa 16:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ammas yaa obbolootaa, warra barumsa isin barattan mormuudhaan isin gidduutti wal qoqqooduu uumanii fi warra kaan gufachiisan irraa akka of eeggattan isinan gorsa; isaan irraa fagaadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi