Yohaannis 8:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Yesuusis, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Abrahaam dhalachuu isaa dura ani jiran ture”+ isaaniin jedhe. Yohaannis 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+
58 Yesuusis, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Abrahaam dhalachuu isaa dura ani jiran ture”+ isaaniin jedhe.
5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+