LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 8:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihowaan jalqaba daandii isaa,+

      Hojiiwwan isaa warra bara durii keessaas isa jalqabaa godhee na uume.+

  • Yohaannis 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+

  • Filiphisiyus 2:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 inni bifa Waaqayyootiin jiraachaa kan ture taʼus,+ Waaqayyoo wajjin qixxee taʼuuf yaaluu yaanni jedhu gara sammuu isaatti illee hin dhufne.+ 7 Kanaa mannaa duwwaa of godhe; bifa garbummaa qabaatees+ nama taʼe.*+

  • Qolosaayis 1:15-17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne+ sanaa fi angafa uumama hundumaa ti;+ 16 sababiin isaas, wantoonni samii keessa jiranii fi lafa irra jiran kaan hundi, wantoonni mulʼatanii fi wantoonni hin mulʼanne,+ teessoowwanis taʼan gooftummaan, mootummoonnis taʼan aangoon hundi karaa isaa uumaman. Wantoonni kaan hundi karaa isaa+ fi isaaf uumaman. 17 Inni wantoota hundumaa dura dha;+ wantoonni kaan hundi karaa isaa uumaman;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi