Qolosaayis 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne+ sanaa fi angafa uumama hundumaa ti;+ Ibroota 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni ulfina+ Waaqayyoo calaqqisa, eenyummaa isaas sirriitti bakka buʼa;+ akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda,+ mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaʼe.+
3 Inni ulfina+ Waaqayyoo calaqqisa, eenyummaa isaas sirriitti bakka buʼa;+ akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda,+ mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaʼe.+