-
Fakkeenya 8:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ogummaan waamaa jirti mitii?
Hubannaan sagalee ishii ol kaastee dhageessisaa jirti mitii?+
2 Iddoo ol kaʼaa+ daandii qarqaratti argamu,
Daandii qaxxaamuraa irra ni dhaabbatti.
3 Karrawwan gara magaalaatti geessan cinaatti,
Balbala karrawwanii biratti,
Yeroo hunda akkana jettee sagalee ishii ol kaastee iyyiti:+
-
-
Fakkeenya 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ogummaa dhugaan mana ishii ijaarratteetti;
Utubaawwan ishii torba boccee qopheeffatteetti.
-
-
Fakkeenya 9:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Iddoowwan ol kaʼoo magaalattii irraa akkana jedhanii akka waamaniif,+
Tajaajiltoota ishii warra durbaa ergiteetti:
-