Fakkeenya 1:20, 21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ogummaa+ dhugaan daandii irratti sagalee ishii ol kaastee iyyiti.+ Addabaabayii keessattis sagalee ishii ittuma dabaltee iyyiti.+ 21 Ishiin golee* daandiiwwan namni itti baayʼatutti ni iyyiti. Balbaloota karra magaalattii irrattis akkana jetti:+
20 Ogummaa+ dhugaan daandii irratti sagalee ishii ol kaastee iyyiti.+ Addabaabayii keessattis sagalee ishii ittuma dabaltee iyyiti.+ 21 Ishiin golee* daandiiwwan namni itti baayʼatutti ni iyyiti. Balbaloota karra magaalattii irrattis akkana jetti:+