Roomaa 16:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Waaqayyo isa kophaa isaa ogeessa taʼeef,+ karaa Yesuus Kiristoos bara baraaf ulfinni haa taʼu. Ameen. 1 Qorontos 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Egaa sirna* kana keessatti ogeessi, barsiisaan seeraa* fi inni falmii jaallatu eessa jira? Waaqayyo ogummaa addunyaa gowwummaa godheera mitii? Yaaqoob 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha,+ achiis naga qabeessa,+ yaada ofiitti kan hin cichine,+ ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame,+ kan hin loognee+ fi kan hin fakkeessine+ dha.
27 Waaqayyo isa kophaa isaa ogeessa taʼeef,+ karaa Yesuus Kiristoos bara baraaf ulfinni haa taʼu. Ameen.
20 Egaa sirna* kana keessatti ogeessi, barsiisaan seeraa* fi inni falmii jaallatu eessa jira? Waaqayyo ogummaa addunyaa gowwummaa godheera mitii?
17 Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha,+ achiis naga qabeessa,+ yaada ofiitti kan hin cichine,+ ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame,+ kan hin loognee+ fi kan hin fakkeessine+ dha.