-
Fakkeenya 1:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Namni ogeessi ni dhagaʼa, barumsa dabalataas ni argata;+
Namni hubataan qajeelfama gaarii* ni argata;+
-
Fakkeenya 15:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Namni adaba jireenya argamsiisu dhagaʼu
Mana keessa namoota ogeeyyii gidduu jiraata.+
-
-
Fakkeenya 25:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namni ogeessi nama gurra dhagaʼu qabu ifatu,
Akkuma lootii warqii fi faaya warqii baʼeessa irraa tolfamee ti.+
-
-
-