Faarfannaa 141:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa. Fakkeenya 1:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa ilma koo, adaba abbaa keetii dhagaʼi,+Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+ 9 Isaan mataa keetiif gonfoo bareedaa,+Morma keetiifis faaya miidhagaa dha.+ Fakkeenya 9:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nama qoostuu taʼeef sirreeffama hin kennin, yoo akkana goote si jibba.+ Nama ogeessaaf sirreeffama kenni, innis si jaallata.+
5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa.
8 Yaa ilma koo, adaba abbaa keetii dhagaʼi,+Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+ 9 Isaan mataa keetiif gonfoo bareedaa,+Morma keetiifis faaya miidhagaa dha.+
8 Nama qoostuu taʼeef sirreeffama hin kennin, yoo akkana goote si jibba.+ Nama ogeessaaf sirreeffama kenni, innis si jaallata.+