LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 9:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Nama qoostuu taʼeef sirreeffama hin kennin, yoo akkana goote si jibba.+

      Nama ogeessaaf sirreeffama kenni, innis si jaallata.+

  • Fakkeenya 19:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni muuxannoo hin qabne abshaala+ akka taʼuuf nama qoostuu taʼe rukuti,+

      Beekumsa dabalataa akka argatuufis nama hubannaa qabu ifadhu.+

  • Fakkeenya 25:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni ogeessi nama gurra dhagaʼu qabu ifatu,

      Akkuma lootii warqii fi faaya warqii baʼeessa irraa tolfamee ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi