Faarfannaa 141:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa. Fakkeenya 27:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Madaan michuun geessisu amanamummaa irraa kan madde dha,+Dhungannaan diinaa garuu hedduu dha.* Fakkeenya 28:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Nama arraba isaatiin sobee nama jaju irraNamni nama ifatu+ hundi booda irratti ulfina dabalataa argata.+
5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa.
23 Nama arraba isaatiin sobee nama jaju irraNamni nama ifatu+ hundi booda irratti ulfina dabalataa argata.+