2 Saamuʼel 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Naataan Daawitiin akkana jedhe: “Namichi sun si dha! Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani Israaʼel irratti mootii akka taatu si dibeera;+ harka Saaʼol jalaas si oolcheera.+ 2 Saamuʼel 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati wanta ija isaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan dubbii Yihowaa kan tuffatte maaliifi? Uuriyaa Heeticha goraadeedhaan ni ajjeeste!+ Goraadee Amoonotaatiin erga isa ajjeestee+ booda haadha manaa isaa fudhattee haadha manaa godhatte.+ Galaatiyaa 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Haa taʼu malee, Keefaas*+ gara Anxokiyaa+ yeroo dhufetti fuulleettan isa morme; sababiin isaas, dogoggora guddaa hojjetee ture.*
7 Achiis Naataan Daawitiin akkana jedhe: “Namichi sun si dha! Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani Israaʼel irratti mootii akka taatu si dibeera;+ harka Saaʼol jalaas si oolcheera.+
9 Ati wanta ija isaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan dubbii Yihowaa kan tuffatte maaliifi? Uuriyaa Heeticha goraadeedhaan ni ajjeeste!+ Goraadee Amoonotaatiin erga isa ajjeestee+ booda haadha manaa isaa fudhattee haadha manaa godhatte.+
11 Haa taʼu malee, Keefaas*+ gara Anxokiyaa+ yeroo dhufetti fuulleettan isa morme; sababiin isaas, dogoggora guddaa hojjetee ture.*