LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa itti aanutti hafuurri hamaan Waaqayyo biraa dhufe Saaʼoliin qabate;+ Daawitis akkuma yeroo kaanii baganaadhaan utuu muuziqaa taphachaa jiruu+ Saaʼol mana isaa keessatti amala adda taʼe argisiisuu* jalqabe. Yeroo kanatti Saaʼol harka isaatti eeboo qabatee ture;+ 11 inni, ‘Daawitiin girgiddaattan maxxansa!’ jedhee yaaduudhaan eeboo isaa darbate.+ Daawit garuu siʼa lama isa jalaa ni miliqe.

  • 1 Saamuʼel 19:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Saaʼolis eeboo isaatiin Daawitiin girgiddaatti maxxansuuf yaalii godhe; haa taʼu malee, Daawit isa jalaa waan miliqeef, eeboon sun girgiddaa keessa lixe. Daawitis halkan sana baqatee isa jalaa miliqe.

  • 1 Saamuʼel 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Daawitis iddoowwan lafa onaa warra bira gaʼuuf rakkisaa taʼan keessa, naannoo gaarotaa isa lafa onaa Ziifitti+ argamu keessa ni jiraate. Saaʼol Daawitiin barbaaduu isaa kan itti fufe taʼus,+ Yihowaan harka isaatti dabarsee isa hin kennine.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi