1 Saamuʼel 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele. 2 Saamuʼel 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ammas tajaajilaa koo Daawitiin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Ati saba koo Israaʼel irratti geggeessaa akka taatuuf,+ ani bakka tikaatii, hoolota duuba deemuu irraan+ si fudhadhe.
13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.
8 Ammas tajaajilaa koo Daawitiin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Ati saba koo Israaʼel irratti geggeessaa akka taatuuf,+ ani bakka tikaatii, hoolota duuba deemuu irraan+ si fudhadhe.