LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Naataan Daawitiin akkana jedhe: “Namichi sun si dha! Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani Israaʼel irratti mootii akka taatu si dibeera;+ harka Saaʼol jalaas si oolcheera.+

  • 2 Saamuʼel 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati wanta ija isaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan dubbii Yihowaa kan tuffatte maaliifi? Uuriyaa Heeticha goraadeedhaan ni ajjeeste!+ Goraadee Amoonotaatiin erga isa ajjeestee+ booda haadha manaa isaa fudhattee haadha manaa godhatte.+

  • Faarfannaa 141:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+

      Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+

      Mataan koos kana matumaa hin didu.+

      Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa.

  • Mulʼata 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “‘Ani warran jaalladhu hunda nan ifadha, nan adabas.+ Kanaafuu, hinaaffaa qabaadhu, yaada kees geddaradhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi