-
Maatewos 12:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Namni gaariin wanta gaarii kuufate keessaa wantoota gaggaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa.+
-
-
Yaaqoob 3:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Haaluma wal fakkaatuun, arrabni kutaa qaamaa ishii xinnoo yoo taate iyyuu akka malee of tuulti. Bosona guddaa tokko gubuuf ibiddi xinnoon ni geessi!
-