Luqaas 6:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Namni gaariin wanta gaarii garaa isaa keessatti kuufate keessaa wanta gaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa; sababiin isaas, wanta garaa isaa keessa guute afaan isaa dubbata.+ Yaaqoob 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.
45 Namni gaariin wanta gaarii garaa isaa keessatti kuufate keessaa wanta gaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa; sababiin isaas, wanta garaa isaa keessa guute afaan isaa dubbata.+
6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.