LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 17:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Namni balleessaadhaaf dhiifama godhu* hundi jaalala barbaada,+

      Namni dhimma tokko irra deddeebiʼee dubbatu garuu michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+

  • 1 Qorontos 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Jaalalli+ ni obsa,+ gaarummaas ni argisiisa.+ Jaalalli hin hinaafu.+ Jaalalli of hin jaju, of hin bokoksu,+

  • 1 Qorontos 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Waan hundumaa dandaʼa,+ waan hundumaa amana,+ waan hundumaa abdata,+ waan hundumaa dandamata.+

  • 1 Pheexiros 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Hunda caalaa immoo, jaalala guddaa waliif qabaadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli cubbuu hedduu ni haguuga.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi