Fakkeenya 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+ Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+ Isaayyaas 40:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama. Isaan akkuma risaatti qoochoodhaan ol ni baʼu.+ Ni fiigu, hin bututan;Ni deemu, hin dadhaban.”+
31 Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama. Isaan akkuma risaatti qoochoodhaan ol ni baʼu.+ Ni fiigu, hin bututan;Ni deemu, hin dadhaban.”+