LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 15:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Mariin* hin jiru taanaan karoorri hin milkaaʼu,

      Gorsitoota hedduudhaan garuu milkaaʼinni ni argama.+

  • Fakkeenya 20:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Mariidhaan* karoorri ni milkaaʼa,*+

      Qajeelfama ogummaa irratti hundaaʼeen waraana kee geggeessi.+

  • Fakkeenya 24:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Qajeelfama ogummaa irratti hundaaʼeen waraana kee ni geggeessita,+

      Gorsitoota hedduudhaanis injifannoon* ni argama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi