Hojii Ergamootaa 10:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+ Mulʼata 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Rakkina si irra gaʼuuf jiru hin sodaatin.+ Kunoo, Diyaabilos guutummaatti akka qoramtaniif isin keessaa tokko tokko mana hidhaatti galchuu isaa itti fufa; guyyaa kudhaniif ni dhiphattu. Hanga duʼaatti amanamaa taʼuu kee argisiisi; anis gonfoo jireenyaa siif nan kenna.+
34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+
10 Rakkina si irra gaʼuuf jiru hin sodaatin.+ Kunoo, Diyaabilos guutummaatti akka qoramtaniif isin keessaa tokko tokko mana hidhaatti galchuu isaa itti fufa; guyyaa kudhaniif ni dhiphattu. Hanga duʼaatti amanamaa taʼuu kee argisiisi; anis gonfoo jireenyaa siif nan kenna.+