LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 18:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “‘Haa taʼu malee, namni qajeelaan qajeelummaa isaa dhiisee wantoota jibbisiisoo namni hamaan raawwatu hundumaa gochuudhaan balleessaa* yoo raawwate lubbuudhaan ni jiraataa? Wanta qajeelaa inni raawwate keessaa tokko illee hin yaadatamu.+ Inni amanamummaa dhabuu isaa fi cubbuu raawwateen kan kaʼe ni duʼa.+

  • 2 Tasalonqee 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Waaqayyo qajeelaa waan taʼeef, warra rakkina isin irra geessisan ni adaba.+

  • 1 Pheexiros 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Namni qajeelaan rakkinaan kan fayyu erga taʼee, nama Waaqayyoon hin sodaannee fi nama cubbamaa irra maaltu gaʼa laata?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi