-
Hisqiʼel 33:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Atis yaa ilma namaa, ilmaan saba keetiitiin akkana jedhi: ‘Namni qajeelaan yommuu fincilutti qajeelummaan isaa isa hin oolchu;+ namni hamaanis hammina isaa irraa yommuu deebiʼutti hamminni isaa isa hin gufachiisu;+ namni qajeelaan kam iyyuu guyyaa cubbuu hojjetetti qajeelummaa isaatiin kan kaʼe lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufuu hin dandaʼu.+
-
-
2 Yohaannis 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Badhaasa guutuu akka argattaniif malee, wantoota itti dhamaane akka hin dhabne ofii keessaniif of eeggadhaa.+
-