-
1 Mootota 8:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 isaanis biyya diinonni isaanii boojuudhaan itti isaan fudhatan keessa utuu jiranii garaa isaanii guutuu fi lubbuu* isaanii guutuudhaan gara keetti yoo deebiʼan,+ gara kallattii biyya isaanii isa ati abbootii isaaniitiif kennitettii fi magaalaa ati filatteetti, akkasumas gara mana ani maqaa keetiif ijaaretti kadhannaa yoo sitti dhiheessan,+
-
-
1 Mootota 8:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 yakka isaan si irratti raawwatan hunda isaaniif dhiisuudhaan, saba kee warra si irratti cubbuu hojjetaniif dhiifama godhi. Ati warri isaan boojiʼan akka isaaniif gaddan ni goota; isaanis isaaniif ni gaddu+
-