LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 55:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namni hamaan daandii isaa,

      Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+

      Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+

      Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+

  • Hisqiʼel 3:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Haa taʼu malee, nama qajeelaa sana yoo akeekkachiiste, innis yoo cubbuu hojjechuu baate, akeekkachiisni waan isaaf kennameef inni dhugumaan jiraachuu isaa itti fufa;+ atis lubbuu kee ni oolfatta.”

  • Hisqiʼel 33:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Atis yaa ilma namaa, ilmaan saba keetiitiin akkana jedhi: ‘Namni qajeelaan yommuu fincilutti qajeelummaan isaa isa hin oolchu;+ namni hamaanis hammina isaa irraa yommuu deebiʼutti hamminni isaa isa hin gufachiisu;+ namni qajeelaan kam iyyuu guyyaa cubbuu hojjetetti qajeelummaa isaatiin kan kaʼe lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufuu hin dandaʼu.+

  • Hisqiʼel 33:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haa taʼu malee, namni hamaan hammina isaa irraa deebiʼee wanta haqaa fi qajeelaa taʼe yoo raawwate, inni akkana gochuu isaatiin lubbuudhaan ni jiraata.+

  • Hojii Ergamootaa 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi