-
Hisqiʼel 33:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “‘Ani nama hamaadhaan, “Ati dhugumaan ni duuta” yommuun jedhutti, inni cubbuu isaa irraa deebiʼee wanta haqaa fi qajeelaa taʼe yoo raawwate,+ 15 kana malees, namni hamaan sun wanta qabsiisaan fudhatame yoo deebise,+ wanta saamichaan fudhatame deebisee yoo kaffale,+ balleessaa raawwachuu dhiisuudhaanis akka dambiiwwan jireenyaatti yoo deddeebiʼe, inni dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata.+ Inni hin duʼu.
-