Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+ Hisqiʼel 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “‘Namni hamaan tokko cubbuu raawwatu hundumaa irraa yoo deebiʼe, dambiiwwan koo yoo eege, wanta haqaa fi qajeelaa taʼes yoo raawwate dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata. Inni hin duʼu.+ Miikiyaas 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
21 “‘Namni hamaan tokko cubbuu raawwatu hundumaa irraa yoo deebiʼe, dambiiwwan koo yoo eege, wanta haqaa fi qajeelaa taʼes yoo raawwate dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata. Inni hin duʼu.+
8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+