-
Hisqiʼel 18:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “‘Haa taʼu malee, namni qajeelaan qajeelummaa isaa dhiisee wantoota jibbisiisoo namni hamaan raawwatu hundumaa gochuudhaan balleessaa* yoo raawwate lubbuudhaan ni jiraataa? Wanta qajeelaa inni raawwate keessaa tokko illee hin yaadatamu.+ Inni amanamummaa dhabuu isaa fi cubbuu raawwateen kan kaʼe ni duʼa.+
-