LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin.+ Ati cubbuu nama kan biraa irratti akka hin hirmaanneef, yeroo barbaachisu hundumaatti nama sana akeekkachiisi.+

  • Hisqiʼel 33:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “‘Haa taʼu malee, waardiyyaan sun goraadeen dhufaa akka jiru argee xurumbaa utuu hin afuufin hafuu isaatiin+ kan kaʼe namoonni akeekkachiisa yoo argachuu baatanii fi goraadeen dhufee isaan keessaa lubbuu nama tokkoo yoo balleesse, namni sun balleessaa ofii isaatiin ni duʼa; dhiiga isaa garuu waardiyyaa sana irraa nan barbaada.’*+

  • Ibroota 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warra gidduu keessanitti dura buutota taʼaniif ajajamaa,+ akkasumas bitamaa;+ isaan akka warra herrega dhiheessaniitti dhimmanii isin* eegu;+ kana yoo gootan hojii isaanii gammachuudhaan hojjetu; taʼuu baannaan garuu hojii isaanii gaddaan hojjetu, kun immoo isin miidha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi