LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 18:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “‘Haa taʼu malee, namni qajeelaan qajeelummaa isaa dhiisee wantoota jibbisiisoo namni hamaan raawwatu hundumaa gochuudhaan balleessaa* yoo raawwate lubbuudhaan ni jiraataa? Wanta qajeelaa inni raawwate keessaa tokko illee hin yaadatamu.+ Inni amanamummaa dhabuu isaa fi cubbuu raawwateen kan kaʼe ni duʼa.+

  • Hisqiʼel 18:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “‘Namni qajeelaan qajeelummaa raawwachuu isaa dhiisee balleessaa yoo raawwate, kanaan kan kaʼes yoo duʼe, inni kan duʼu balleessaa ofii isaatiin kan kaʼe dha.

  • Hisqiʼel 33:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Atis yaa ilma namaa, ilmaan saba keetiitiin akkana jedhi: ‘Namni qajeelaan yommuu fincilutti qajeelummaan isaa isa hin oolchu;+ namni hamaanis hammina isaa irraa yommuu deebiʼutti hamminni isaa isa hin gufachiisu;+ namni qajeelaan kam iyyuu guyyaa cubbuu hojjetetti qajeelummaa isaatiin kan kaʼe lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufuu hin dandaʼu.+

  • Hisqiʼel 33:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Namni qajeelaan qajeelummaa isaa dhiisee balleessaa yoo raawwate, inni balleessaa sanaan kan kaʼe duʼuu qaba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi