Fakkeenya 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni firii dubbii* isaa irraa wanta gaarii taʼe ni nyaata,+Hawwiin* gantootaa garuu jeequmsa dha. Fakkeenya 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Namni tokko firii dubbii* isaa irraa garaa isaa ni guuta;+Buʼaa afaan isaatiinis ni quufa.