Fakkeenya 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namni tokko firii dubbii* isaa irraa wanta gaarii ni quufa,+Hojiin harka isaas isa ni kiisa. Fakkeenya 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni firii dubbii* isaa irraa wanta gaarii taʼe ni nyaata,+Hawwiin* gantootaa garuu jeequmsa dha.