Fakkeenya 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+ Maatewos 12:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Ani isinitti nan hima, namoonni dubbii gatii hin qabne dubbatan hundumaatiif Guyyaa Murtiitti itti gaafatamu;+
19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+
36 Ani isinitti nan hima, namoonni dubbii gatii hin qabne dubbatan hundumaatiif Guyyaa Murtiitti itti gaafatamu;+