Fakkeenya 28:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni dhalaan,+ akkasumas haraaxaa liqeessuudhaan qabeenya isaa baayʼifatu,Qabeenya sana nama hiyyeessatti gara laafina argisiisuuf walitti qaba.+ Ermiyaas 17:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkuma gogorrii hanqaaquu hin hanqaaqne walitti qabduu,Namni karaa sirrii hin taaneen* qabeenya argatus akkanuma dha.+ Qabeenyi kun walakkaa umurii isaatti isa dhiisee ni deema,Dhuma irrattis inni nama hubannaa hin qabne taʼuun isaa ni beekama.”
8 Namni dhalaan,+ akkasumas haraaxaa liqeessuudhaan qabeenya isaa baayʼifatu,Qabeenya sana nama hiyyeessatti gara laafina argisiisuuf walitti qaba.+
11 Akkuma gogorrii hanqaaquu hin hanqaaqne walitti qabduu,Namni karaa sirrii hin taaneen* qabeenya argatus akkanuma dha.+ Qabeenyi kun walakkaa umurii isaatti isa dhiisee ni deema,Dhuma irrattis inni nama hubannaa hin qabne taʼuun isaa ni beekama.”