23 Bulchitoonni kee mata jabeeyyii fi michuu hattootaa ti.+
Tokkoon tokkoon isaanii mattaʼaa jaallatu, kennaa duukaas ni fiigu.+
Ijoollee abbaa hin qabneef haqaan hin murteessan,
Dhimmi seeraa dubartii abbaan manaa irraa duʼees matumaa isaan bira hin gaʼu.+